Acts 18:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre Phawuloos woggaa tokkoo fi ji'a jaa, Jecha Waaqaa kolbaa barsiisaa ture.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni dira suni keesa haga ganna tokofi jia jaa tae dubbi Waaqa worra barsiise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf Phaawulos dira sun keessa haga ganna tokkoo fi ji'a ja'aa taa'ee dubbii Waaqaa warra barsiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jidduu isaaniititti dubbii Rabbii isaan barsiisa'aa wogga'aa fi ji'a jaha taa'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Jidduu isaanititti dubbii Rabbii isaan barsiisa'aa woggaa fi ji'a jaha taa'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Phaawulos dubbii Waaqaa ummata barsiisaa, woggaa tokkoo fi wolakkaa achi ni ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Phawuloos woggaa tokkoo fi ji'a jaa, Jecha Waaqaa kolbaa barsiisaa ture.