Acts 18:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Bara Gaalii'oon bulcha biyya Akaayya'aa te'etti Yihudooti wolii galanee, Phawuloos qabane; isaan gara mana mura'aa isa geessanee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa Galioni jaallaba Akafa, Yahudiini Paulo qabde fulla qorsuma geesite
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaafa Gaalii'on jaallaba biyya Akaayyaa, Yihudiin walii galtee Phaawulos qabde, fulaa qorsumaatti geesitee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Gaaliyoos biyya Akaayiyya'aatitti bulchaa ture, Yihuudonni yaada tokko ta'anii wolii galu'uun Phaawuloosiin irratti ka'anii gara dhaddacha murti'ii fidan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa Galyoosi biyya Akaayiyaatitti bulchaa ture, Yihuudonni yaada tokko ta'anii wolii galu'un Phaawuloosiin irratti ka'anii, gara dhaddacha mana murti'ii fidan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gaalii'on bulichaa biyya Akaayiyaa ta'ee yeroo muudametti, Yihudonni tokkummaan hirmmaatanii Phaawulosiin irratti ni ka'an, gara mana murti'ii isa fidaniiti,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara Gaalii'oon bulcha biyya Akaayya'aa te'etti Yihudooti wolii galanee, Phawuloos qabane; isaan gara mana mura'aa isa geessanee,