Acts 18:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Nami kun karaa seera keenna mormuun, kolbaa sossobaa akka Waaqa Waaqeffattu godha” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jetteeni, Namichi kunini aada male biyya aka Waaqa kad'atani barsiisa!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Namichii kun, seera malee akka biyyitii Waaqaa kadhattu barsiisa!” jedhaniin.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Namni kun seera mormee akka Rabbiin waaqeffatan namoota hawata» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Namni kun seera mormee akka Rabbiin kaddaaman namoota hawata» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Naminni kun karaa seera mormmuun namoonni Waaqa akka Waaqeffatan ni taasisaa!» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nami kun karaa seera keenna mormuun, kolbaa sossobaa akka Waaqa Waaqonfattu godha» jedhane.