Acts 18:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo wonni kun marroo moromaa jechootaa, marroo moromaa maqa'aatii fi seera keessanii eega teete, isinuu fixadha'a. Ani waan kana irratti hin muru” jedhee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo waan dubbitiifi maqafi waan seera keesani ch'allaa taate, isanumaani ilaalad'a. Anini waan akana kana inqoru jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo yo waan dubbii, maqaa fi waan seera keessanii callaa taatee, isanumaan laaladhaa. Anin waan akkanaa kana hinqoruu” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan dubbi'iitiif, waan maqa'aatiif waan seeraa yoo ka mormitan ta'e isinuu uf eegaa'a; ani waan kana irratti murteessaa ta'uu waan naa hin eeyyamamneef, isinummaan fixadhaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan dubbi'ii tiif, waan maqa'aatiif waan seeraa yoo ka mormitan ta'e isinuu uf eegaa'a; ani waan kana irratti murtessaa ta'u waan naa hin eeyyamamneef, isinummaan fixadhaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu waayee jechootaa fi waayee maqaawwanii, waayee seera keessaniitiif'llee ka mormmtan yoo taate, dhimma keessan, ani waan kanniin irratti murtteessu'uuf hin barbaadu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo wonni kun marroo moromaa jechootaa, marroo moromaa maqa'aatii fi seera keessanii eega teete, isinuu fixadha'a. Ani waan kana irratti hin muru» jedhee,