Acts 18:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
mana mura'aa keessaa isaan ari'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba fulla qorsumati worra gusse.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba fulaa qorsumaatii warra gusse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kana dubbatee afoo dhaddacha murti'iitii isaan baase.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Afoo murtii dhadachaatii isaan baase.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkana'llee jedhee mana murtii hawaasumma'aa keessaa isaan ni baase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
mana mura'aa keessaa isaan ari'e.