Acts 18:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo “Yoo fedha Waaqaa teete deebi'ee hin dhufa” jedhee, nageya isaanitti dhaamee hobolo'oon Efesoonii ka'ee deeme.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Taatule nagaya d'aamate, Yo Waaqi jed'e anini indeebia jed'e, hobolo seene Efeso keesaa deeme.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo nagayaa dhaamatee, “Yo Waaqii jedhe anin indeebi'a” jedhee, hoboloo seenee ka'ee Efesoononii deeme.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo hennaa nagaya isaanitti dhaamate; «Ayyaana dhufu Yerusaalemitti dabarsuu naa woyya; yoo Rabbi jedhe gara keessanillee hin deebi'a» isaaniin jedhee Efesoonii markabaan ka'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo hennaa nagaya isaanitti dhaamate, Ayyaana dhufu Yerusaalemitti dabarsuu na woyya. «Yoo Rabbi jedhe, gara keessanillee hin deebi'a» isaaniin jedhee, Efesoonii markabaan ka'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu, «Fedhii Waaqaa yoo ta'e, yeroo biraa gara keessan deebi'ee, ni dhufa» isaaniin jedhee, Efesoonii doonii yaabbatee ni deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo «Yoo fedha Waaqaa teete deebi'ee hin dhufa» jedhee, nageya isaanitti dhaamee hobolo'oon Efesoonii ka'ee deeme.