Acts 18:22 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni qachaa Qiisaariya'aa yennaa geye, gara Yerusaalemii dhaqee wolde'a kiristaanaatiif nageya dhikeessee, achiiin duuba gara Anxokiya'aa gad bu'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kaisaria geennaani Yerusalemu d'aqe, gumi Waaqa nagaya fuud'e, jennaani Antiokiale d'aqe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qiisaaryaa geennaan Yerusaalem dhaqee, gumii Waaqaa nagayaa fuudhee, achii Anxokiyaallee dabre.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Qisaariyaa gaye, achii bayee haga wolda Kiristaanaa nagaya gaafateen maayessa gara Anxookiya'aa gad bu'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa Qisaariyaa gaye, achii bayee wolda Kiristaanaa nagaya haga gaafateen maayessa gara Anxookiya'aa gadi bu'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara Qiisaariyaa'llee yeroo gayetti, achiin gara Yerusaalemii deemee namoota woldayaa Kristosiitiif nagaya eega dhiyeesseen duubatti, deebi'ee gara Anxokiyaa ni bu'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni qachaa Qiisaariya'aa yennaa geye, gara Yerusaalemii dhaqee wolde'a kiristaanaatiif nageya dhikeessee, achiin duuba gara Anxokiya'aa gad bu'e.