Acts 18:25 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni nama karaa Gootta'aa baratee fi gammada gudda'aan marroo Yesuusii sirri'itti lallabee barsiise. Te'uu malee inni cuuphaa Yohaannisii callaa beeka.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi kunini qara waan kara Aabbo barate, garaani isaa owinaani waan Yeso qajeelche dubbate barsiise, ammo batiso Yohana ch'allaa beekha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namichii kunin qara waan karaa Aabboo baratee, garaan isaa oowinaan waan Yesus qajeelchee dubbatee barsiise, ammoo cuuphaa Yoh. aannisii callaa beeka.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni nama waan Goofta'aa barate, haa ta'uu malee inni cuuphaa Yohaannisii callaa waan beekuuf Ayyaana hinaaffa'aatiin guuttamee waan Yesuusii dubbata'aa midhaassee barsiisa'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni nama waan Goofta'aa barate, inni cuuphaa Yohaannis callaa waan beekuuf Ayyaana hinaaffa'aatiin guuttamee waan Yesuusii dubbata'aati midhaassee barsiisa'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee karaa Goofta'aa ka baraatee fi hafuuraan'llee ka gubate ta'ee, waayee Yesusii qajeelatti ni lallabaa fi ni barsiisa ture, haa ta'u malee inni ka beeku cuuphaa Yohaannisii qofa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni nama karaa Gootta'aa baratee fi gammada gudda'aan marroo Yesuusii sirri'itti lallabee barsiise. Te'uu malee inni cuuphaa Yohaannisii callaa beeka.