Acts 18:26 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni sodaa malee Mana Waaqeffannaa Yihudootaa keessatti dubbatiisa jalqabe. Pharisqiila'aa fi Aqiilaan dubbii isaa yennaa dhage'ane, gara mana ifii isa fudhatanee marroo karaa Gootta'aa caalchisane sirri'itti itti himane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Soda male mana Waaqa iti kad'atani keesati barsiise. Prisilafi Akilani waan isaa d'ageennaani fuud'ani, Kara Waaqa haga qara ira barsiisani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Sodaa malee mana waldeennaa keessatti barsiise. Phrisqiilaa fi Aqiilaan waan isaa dhageennaan fuudhanii, haga qaraallee irra qajeelchanii karaa Waaqaa barsiisan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee mana sagadaa Yihuudotaa keessatti ifaan dubbatuu jalqabe. Phirisqilla'aa fi Aqilaan hennaa dhagayan fuudhanii waan Rabbii ka duranii caalaa midhaassanii ibsaniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee mana sagadaa Yihuudotaa keessatti ifaan dubbatuu jalqabe. Phirisiqilla'aa fi Aqilaan hennaa dhagayan, fuudhanii waan Rabbii ka duranii caalaa midhaassanii ibsaniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee bakka woligayii titti uggiinssaan, dubbachuu jala ni qabe, garuu Phrisqiilaa fi Aqiilaan yeroo isa dhagayanitti, gara mana isaanii fudhataniiniiti, waayee karaa Waaqaa waan duraanii caalaa, qajeelatti tareessanii ni ibissaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni sodaa malee Mana Waaqonfannaa Yihudootaa keessatti dubbatiisa jalqabe. Pharisiqiila'aa fi Aqiilaan dubbii isaa yennaa dhage'ane, gara mana ifii isa fudhatanee marroo karaa Gootta'aa caalchisane sirri'itti itti himane.