Acts 18:28 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni Yesuus Masiihii akka te'e Barreeffama Woyyicha keessaa isaaniif mirkaneessaa, kolbaa duratti Yihudoota mormi'iin injifate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi inni waan t'aafi duri keesati t'aafani aka Yesoni Kristo nama ch'ufa agarsiise, akasiini moroma Yahudi ch'ufa dabsate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif innii kitaaba barreessii durii keessatti barreessaniin, akka Yesus Kiristoo ta'e nama cufa garsiisee, akkasiin moromaa Yihudii cufa dabsate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus inni Kiristoosiin akka ta'e kitaaba keessaa ibsa'aa, Yihuudota maraa afo'otti jabeessee isaan hubachiisa'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus inni Kiristoosiin akka ta'e kitaaba keessaa ibsa'aa, Yihuudota maraa afo'otti jabeessee isaan hubachiisa'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus Masihicha ta'uu isaa dubbii kitaaba Qulqullu'uutiin isaan hubachiisa'aa, mormmii cima'aan Yihudota ni injifata ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Yesuus Masiihii akka te'e Barreeffama Woyyicha keessaa isaaniif mirkaneessaa, kolbaa duratti Yihudoota mormi'iin injifate.