Acts 18:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
hujiin isaallee akkuma isaanii dunkanii hodhuu waan teeteef, isaan bira tee'ee hojjate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle waan hujiini worraa taka taateefi worra woliini tae; hujiini worraa huji waaro mid'aasani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee waan hujiin warraa takka taateef warra waliin taa'e; hujiin warraa hujii waaroo midhaasan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hujiin isaanii waan tokko ta'eef isaan bira taa'ee isaan woliin hojjata'aa ture. Hujiin isaanii daasee hodhu'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hujiin isaanii waan tokko ta'eef isaan bira taa'ee isaan woliin hojjata'aa ture. Hujiin isaanii duukkaanaa hodhu'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
hujiin isaa'llee akkuma isaanii dukkaana hodhuu waan ta'eef, isaan woliin taa'ee ni hojjata ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
hujiin isaalle akkuma isaanii dunkaanii hodhuu waan teeteef, isaan bira tee'ee hojjate.