Acts 18:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Sanbata Sanbata Phawuloos Mana Waaqeffannaa Yihudootaa dhaqee, Yihudootaa fi Giriikoota dhugeeffachiisu'uuf wodhaane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sabato ch'ufa inni mana Waaqa iti kad'atani keesati hasae, Yahudifi Griki kara ufi deebise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Sambataa cufaa innii mana waldeennaa Yihudii dhaqeetti, keessatti haasa'ee Yihudii fi Griikii karaa ufii deebise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sambata maraa dubbii Rabbii mana sagadaa Yihuudotaa keessatti hima'aa, namoota Yihuudotaatii fi Giriikotallee hubachiisa'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sambata maraa dubbii Rabbii mana sagadaa Yihuudotaa keessatti hima'aa, namoota Yihuudotaatii fi Giriikotallee hubachiisa'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sanbbataan'llee bakka wolgayii isaanii titti argama'aa, haasaya taasisu'uun Yihudotaa fi Giriikota ni hubachiisa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanbata Sanbata Phawuloos Mana Waaqonfannaa Yihudootaa dhaqee, Yihudootaa fi Giriikoota dhugeeffachiisu'uuf wodhaane.