Acts 18:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yihudooti isa mormanee arrassinaan, inni bukuu woyaa ifii irraa dhodhowatee, “Dhiigi keessan isinittuu deebi'a; ani itti hin gaafatamu. Ammaa jalqabee gara worra Yihudoota hin te'inii dhaqa” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yahudiini isa didde arabsinaani, inni woya hargufate waan jed'e, D'iigi keesani mata keesani gubba ha jiraatu, anini qulqullo, arraa achi anini gara gosa d'ibi deema.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yihudiin isaan mormitee arrabsinaan, innii wayaa hargufatee, “Dhiigii keessan mataa keessan gubbaa ha jiraatuu, anin qulqulloo, ardhaa achi anin gara gosa dhibii hindhugeeffatinii deema” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo hennaa isa mormanii fi arrabsaniin uffata ufii hargufata'aa balleessaa keessaniif isintu gaafatama. «Ani qulqullu'u! ammaa achi gara worra Yihuudota hin taanee deema» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo hennaa isa mormanii fi arrabsaniin uffata ufii hargufata'aa balleessaa keessaniif isintu gaafatama. «Ani qulqullu'u ammaa achi gara worra Yihuudota hin taanee deema» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu Yihudonni yeroo isa mormmanii fi isa arabisanitti awwaara uffata isaa hargufatee, «Eegaa isinitti yoo murtteeffame balleessaa mataa isaaniitiin! ani itti gaafatama hin qabu, ammaa achitti gara ummata Waaqa dhugaa titti hin amannee ni deema!» isaaniin ni jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudooti isa mormanee arrassiinaan, inni bukuu woyaa ifii irraa dhodhowatee, «Dhiigi keessan isinittuu deebi'a; ani itti hin gaafatamu. Ammaa jalqabee gara worra Yihudoota hin te'inii dhaqa» isaaniin jedhe.