Acts 19:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Apholos Qorontoos keessa adoo jiruu, Phawuloos biyya koobittii olii keessa dabaree, gara Efesoonii dhufe; achitti dhugeeffattoota garii dhaggee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato Apoloni Korintho ke jiru, Pauloni arda suni ch'ufa keesa deeme Efesoni bahe. Jara Yeso ka gari arginaani
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo Apholos Qorontos keessa jiruu, Phaawulos ardaa Asiyaa cufa keessa deemee Efesoononiin ba'ee, jara Yesusiitti dhugeeffate ka garii arginaan,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu Aphiloos Qorontoosiin jiru Phaawuloos biyya gaaraa keessa lufee gara Efesoonii dhufe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Uduu Aphiloos Qorontoosiin jiru, Phaawuloos biyya gaaraa keessa lufee gara Efesoonii dhufe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Apholos Qorontoos yeroo turetti, Phaawulos biyya irraatiin dabrre gara Efesoonii ni gaye, achitti'llee amanttoota muraasa argateeti,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Apholoos Qorontoos keessa adoo jiruu, Phawuloos biyya koobittii olii keessa dabaree, gara Efesoonii dhufe; achitti dhugeeffattoota garii dhaggee,