Acts 19:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ilmaan Iskoyaasii hayyicha Guddaa Yihudootaa torba tana godhaa turte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmaani torbati jira, ta Qaallicha Yahudi Gudda, ka Skewa jed'ani, ta waan kana tolchite.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ilmaan torbaatti ta Qaallicha Yihudii guddaa, Iskoyaas jedhanii, ta waan kana tolchite jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen torban namicha Asiqewwaa jedhamuu ka bulchaa gadoota Yihuudi'ii tokko woma kana godhu'uuf barbaadan turan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ijoolleen torban namicha Asiqewwaa jedhamuu ka bulchaa gadootaa Yihuudi'ii tokko waan kana godhu'uuf badada'aa turan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti gaafatamaa qeesotaa Yihudotaa ka ta'e, Ijoolleen Iskoyaasii torban'llee, akkuma kana ni raawwatan turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan Iskoyaasii hayyicha Guddaa Yihudootaa torba tana godhaa turte.