Acts 19:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Namichi ayyaanni hamaan qabeeru isaanitti utaalee, isaan duudii injifate; isaanille mammadowanee woyaan irraa tarsaateertuun mana sanii baqatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi jinni qabu kaani worrati kae dabsate, mata d'od'oose woya ira tatarsaase, mana keesaa gusse.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan namichii jinnii qabu kaan warraatti ka'ee, dhaanee warra cufaa dabsatee, mataa dhodhoosee wayaa irraa tatarsaasee, qullaa mana keessaa gusse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi ayyanni hamaan keessa jiru isaanitti utaalee isaan madeessee mooyate; isaanillee qullaa mana san keessaa bayanii dheessan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namichi ayyanni hamaan keessa jiru isaanitti utaalee, isaan madeessee mooyate; isaanillee qulaa mana san keessaa bayanii dheessan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nama hafuurri battiin irra bule tokko'llee utaalee hudhu'uun isaanitti ni jabaate, isaan'llee ni injifate, isaan'llee madaayaniitii fi qullaa isaanii ta'anii, manaa dheessanii ni bayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi ayyaanni hamaan qabeeru isaanitti utaalee, isaan duudii injifate; isaanille mammadowanee woyaan irraa tarsaateertuun mana sanii baqatane.