Acts 19:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dhugeeffattoota keessaa worri hedduun dhufanee, cubbuu ifii mudhi'itti himatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami hedduuni ka qara d'ugefate d'ufe daba ufi himate, huji ufi diideese hime.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii hedduun ka qaraa dhugeeffate dhufee, cubbuu ufii diideessee himatee, waan hojjataa tureellee hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra amanan keessaa namoonni hedduu dhufanii cubbuu ufii ifa baasanii himata'aa turan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra amanan keessaa namoonni hedduu dhufanii, cubbuu isaanii ifa baasanii himata'aa turan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amantootaa keessa'llee baay'eewwan isaanii, hujii hamaa isaanii irraa ifatti himatanii deebi'aa, ni dhufan ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugeeffattoota keessaa worri hedduun dhufanee, cubbuu ifii mudhi'itti himatane.