Acts 19:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Isin yenna dhugeeffattane Ayyaana Woyyicha fudhattaneertanii?” jedhee isaan gaafate. Isaan deebisanee “Hin fudhanne; akka Ayyaanni Woyyichi jiruuyyu nuuti hin dhageenne” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
inni waan worraani jed'e, Isani gaafa d'ugefattani Lubbu Qulqullo argattani? Worri waan jed'eeni, Hiyyo, aka Lubbuuni Qulqullooni jirtule imbeennu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Isan gaafa dhugeeffattan Hafuura Qulqulloo argattanii?” warraan jedhe. Warrii ammoo, “Hiyyoo, nuu akka Hafuurii Qulqulloon jiruuyyuu hin dhageenne” jedhee deebise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasoota gari garii argee, «Isin hennaa amantan, Ayyaana woyyuu fudhattaniirtuu?» isaaniin jedhe. Isaanillee, «Hin fudhanne; akka Ayyaanni Woyyuun jiru horomaa hin dhageenne» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Darasoota gari garii argee, «Isin hennaa amantan, Ayyaana woyyuu fudhattaniirtuu?» isaaniin jedhe. Isaanillee, «Hin fudhanne; akka Ayyaanni Woyyuun jiru horomaa hin dhagenne» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Yeroo amantanitti Hafuura Qulqulluu fudhattanii jirttan ture moo?» jechu'uun, isaan ni gaafate. Isaan'llee, «Hin fudhanne, Hafuurri Qulqulluun jiraachuu isaatuu dhageennee hin beekinnu» jechuun, ni deebisaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isin yennaa dhugeeffattane Ayyaana Woyyicha fudhattaneertanii?» jedhee isaan gaafate. Isaan deebisanee «Hin fudhanne; akka Ayyaanni Woyyichi jiruuyyu nuuti hin dhageenne» jedhane.