Acts 19:23 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa san qachaa Efesoonii keessatti sababa karaa Gootta'aatiif hogaan guddaan ka'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi waan kana gaargali guddaani, maro Kara Aabbootiifi, lafati bue.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yoma sun marroo waan karaa Aabbootiif, Efesoonon keessatti rakkinii guddaan ka'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san waan karaa Goofta'aa kanaaf, lolli guddaan ka'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san waan karaa Goofta'aa kanaaf, lolli guddaan ka'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti'llee waayee karaa Gofta'atiin Efesoonitti, jeeqamnni ol aanaan ni ka'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san qachaa Efesoonii keessatti sababa karaa Gootta'aatiif hogaan guddaan ka'e.