Acts 19:25 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre inni worra meetii baqisiisuu fi worra akkuma isaanii hujulle wolitti qabee, “Jarana, nuuti karra ka dhaggannu hujii tanaan akka teete hin beettan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ogeeyifi nama huji gosa suni tolchu ch'ufa wolti yaame waan jed'eeni, D'iiro, isani imbeetani, aka nu daldala kana keesa hori argannu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii ogeeyii fi nama hujii gosa sunii tolchu cufaa walti yaamee, “Dhiiroo isan akka nu daldala kana keessaa horii argannu hinbeettan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra hujii kana fakkaatu hojjatan wolitti qabee akkana isaaniin jedhe, «Namoota nana! Bu'aan keenna hujii kanaan akka ta'e hin beettan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra hujii kana fakkaatu hojjatan wolitti qabee akkana isaaniin jedhe, «Namoota nana! Bu'aan keenna hujii kanaan akka ta'e hin beettan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf naminni kun tumttootaa fi worra hujii bifa isaa qaban namoota kaanniin'llee wolitti qabee, akkana isaaniin jedhe, «Namoota nana! Nu'u qabeenna ka argannu hujii kanaan akka ta'e ni beekittan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre inni worra meetii baqisiisuu fi worra akkuma isaanii hujulle wolitti qabee, «Jarana, nuuti karra ka dhaggannu hujii tanaan akka teete hin beettan.