Acts 19:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan yennaa tana dhage'ane guddoo aaranee, “Arxemiisiin worra Efesoonii gudditti'i!” jedhaa iyyane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbi tana d'ageennaani worri guddo ch'aare, waan jed'e, Artemini ta dira Efeso ha guddatu!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dubbii tana dhageennaan Warrii guddoo caaree, “Arxemiisiin ta dira Efesoonon ha guddatuu!”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni hennaa kana dhagayan aaranii, «Arxeemisiin Efesoonii guddo'o» jedha'aa iyyan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kana hennaa dhagayan aaranii, «Arxeemiisiin Efesoonii guddo'oo» jedha'aa iyyan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni'llee kana yeroo dhagayanitti baanatanii, «Arxemiisiin Efesooniin ol aanttu'u!» jedhaa ni iyyan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan yennaa tana dhage'ane guddoo aaranee, «Arxemiisiin worra Efesoonii gudditti'i!» jedhaa iyyane.