Acts 19:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Phawuloos, “Maarre cuuphaa attamii fudhattane ree?” jedhe. Isaan deebisanee, “Cuuphaa Yohaannisii ti” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni duuba waan worraani jed'e, Batiso tamiini batifamtani re? Batiso Yohanatiini batifamne jed'aniini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Phaawulos, “Isan cuuphama kamiin cuuphamtan ree?” jedhe. Warrii deebisee “Cuuphaa Yoh. aannisiitiin cuuphamne” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Eegasuu maali'iin cuuphamtan ree?» Isaaniin jedhe. Isaanillee, «Cuuphaa Yohaannisiiti» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Eegasuu maali'iin cuuphamtan ree?» Isaaniin jedhe. Isaanillee, «Cuuphaa Yohaannisiitiin» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phaawulos'llee, «Eegaa, cuuphama attamiiti ka cuuphamttan?» isaaniin ni jedhe. Isaan'llee, «Cuuphaa Yohaannisiiti» ni jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Phawuloos, «Maarre cuuphaa attamii fudhattane ree?» jedhe. Isaan deebisanee, «Cuuphaa Yohaannisii ti» jedhane.