Acts 19:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Phawuloos gumii dura bayee dhabbatiisaaf barbaadee, dhugeeffattooti ammoo isa dhoogite.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Pauloni biyyati gadi bahu fed'e, ammo jari Yeso d'ugefate kaani isa d'owe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phaawulos biyyaatti gadi ba'uu fedhee, jarii Yesusiitti dhugeeffate kaan ammoo isa dhowwe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Phaawuloosillee banii keessa seenuu barbaannaan darasoonni isa dhooggan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Phaawuloosillee banii keessa seenuu barbaannaan darasoonni isa dhooggan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phaawulos gara ummataa dhaquuf barbaadee ture, barattoonni isaa garuu, akka hin deemnneef ni dhooganiin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Phawuloos gumii dura bayee dhaabbatiisaaf barbaadee, dhugeeffattooti ammoo isa dhooggite.