Acts 19:31 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Bulchitooti lafa Asiya'aa gariin ka lansa Phawuloosii te'ane, akka inni addee tapha itti mudhisanuu hin dhandhe, itti erganee kadhatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari Asia gugurdaani toko, ka jaalaani isaa, nama iti erge, aka inni diida korati gadimbaane.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii Asiyaa gugurdaan jaallan isaa tokko, nama itti ergee, akka innii diida koraatti gadhinbaane gorse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchoota Isiya'aa keessaa goshoonni Phaawuloosii gariin nama gara isaa erganii, akka bakka taphaa hin dhandhe isa kadhatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bulchoota Isiya'aa keessaa goshoonni Phaawuloosii gariin nama gara isaa erganii, bakka taphaa akka hin dhandhe isa kadhatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoota biyya Isiya'aa ka aangoo qaban keessaa waahellan ka ta'an, tokko tokkoon isaanii, gara Phaawulosii nama erganii, «Gara bakka woligayii ummataa dhaqixxee akka hin muldhanne» jechuun ni kadhataniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bulchitooti lafa Asiya'aa gariin ka lansa Phawuloosii te'ane, akka inni addee tapha itti mudhisanuu hin dhandhe, itti erganee kadhatane.