Acts 19:32 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gumii wodhakka'aatti hogaan guddaan waan jiruuf, tokko waan tokko jedhaa yoo hogisu, kuun waan dhibii jedhaa hogisaaraayyu; hedduun isaaniille maaf akka wolitti qabamane hin beekanuuyyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gari akana iya, ka gari aka d'ibi iya, waan gumiini waan taatu wolaalteefi; ammalle nami hedduuni waan nami woltiwoldaeefi imbeekhu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii garii waan tokkoo iyyaa, ka garii ammoo waan dhibii iyya; waan gumiin waan taatuu walaalteef, namii hedduun maaliif waan walti qabamaniifiiyyuu hin beenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa'iin asii achi jedha'aa iyya'aa wolitti bu'e. Garri caalaan isaanii ammo waan achitti wol gayaniifillee hin beenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yaa'iin asii achi jedha'aa iyya'aa wolitti bu'e. Garri caalaan isaanii ammoo waan achitti wol gayanifillee hin beenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ummata jidduu'llee jeeqamnni ol aanaan waan jiruuf, baay'eewwan isaanii maaliifuu akka wolitti gayu hin beekan ture, waayee kanaan tokko waan tokko jedhee yoo iyyu, kuun ammoo waan biraa jedhaa ni iyya ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gumii wodhakka'atti hogaan guddaan waan jiruuf, tokko waan tokko jedhaa yoo hogisu, kuun waan dhibii jedhaa hogisaaraayyu; hedduun isaaniille maaf akka wolitti qabamane hin beekanuuyyu.