Acts 19:34 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan ammoo akka inni Yihudii te'e yennaa beekane, “Arxemiisiin Efesoonii gudditti'ii” jedhaa isaan martinuu haga sa'aatii lama iyyane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo aka inni Yahudi arginaani, nami ch'ufti qonqo tokooni haga saati lama iye, waan jed'e, Artemini ka dira Efeso ha guddatu!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii ammoo akka innii Yihudii arginaan, namii cuftii qoonqoo tokkoon haga saatii lamaa, “Arxemiis ka dira Efesoonon ha guddatuu!” jedhee iyye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee akka inni nama Yihuudi'ii ta'e haga beekan martinuu laagaa tokkoon «Arxeemisiin Efesoonii guddo'o» jedha'aa haga sa'aatii lamaa wocan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee akka inni nama Yihuudi'ii ta'e haga beekan martinuu laagaa tokkoon «Arxeemisiin Efesoonii guddo'o» jedha'aa haga sa'aatii lamaa wocan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu Iskindir Yihudicha ta'uu isaa namoonni marrinuu yeroo beekanitti, «Arxemiisiin Efesoonii ol aanttuu!» jedhaa, saa'aa lamaaf marrinuu qoonqqa tokkoon, ni iyyan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ammoo akka inni Yihudii te'e yennaa beekane, «Arxemiisiin Efesoonii gudditti'ii» jedhaa isaan martinuu haga saatii lama iyyane.