Acts 19:35 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barreessaan qachaa sanii gumii cadhisiisee, “Worra Efesoonii! Worri qachaa Efesoonii galma Arxemiisii gudditti'iitii fi fakkii dhakaa isi'ii ka ol-gubba'aa bu'e akka eeganu, nami hin beenne jiraa?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eege guddaani dira biyya ch'allisiise, inni waan jed'eeni, D'iiro, biyya Efeso, nami ch'ufti aka diri Efeso mana Artemi guddafi d'akha qulqullo ka gubba gadi bue qorqoratu imbeekha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegee bulchaan diraa biyya callisiisee, “Dhiiroo biyya Efesoonon! Namii cuftii akka dirii Efesoonon mana Arxemiis guddaa fi dhakaa qulqulloo gubbaa gadbu'e qorqoraatu inbeeka.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Barreessaan qachaa sanii banii cadhisiisee akkana jedhe, «Isin namoota Efesoonii! manni woyyuun Arxeemisii guddittiinii fi fakii isi'ii ka sami'ii bu'e eegu banii qachaa Efesoonii akka ta'e ka hin beenne jiraa?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Qachaan Efesoonii Arxeemisii guddoo waaqa tolfamaa sami'ii bu'ee, mana isi'ii ta woyyumma'aa ta eeddu akka taate namni hin beenne eennu?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Muummee irratti barreessaan magaala'aa ijoon, ummata caldhisiiseeti akkana ni jedhe, «Yaa namoonni Efesoonii! Jiraattota magaalaa Efesoonii, manni waaqeffannaa Arxemiisii ol aanttu'uutii fi suuraa isi'ii ka sami'ii bu'ee, akka eegan mara birattuu waan beekkame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barreessaan qachaa sanii gumii cadhisiisee, «Worra Efesoonii! Worri qachaa Efesoonii galma Arxemiisii gudditti'iitii fi fakkii dhakaa isi'ii ka ol-gubba'aa bu'e akka eeganu, nami hin beenne jiraa?