Acts 19:39 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tana malee, wonni isin barbaaddanu yoo jiraatte ammoo, kora mura'aa ka qacha'aatiin ilaallama.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo isani dubbi d'ibi gaafachu feetani, akuma aada kora jaarole keesati dubbad'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan ammoo yo tana malee waan dhibii feetanii, akkumaa aadaa kora jaarrollee keessatti dubbadhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo waan biraa barbaaddan ammo yaa'ii gumi'iitiin hiikkama.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yoo waan biraa barbaaddan ammoo yaa'ii gumi'iitiin hiikkama.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Wonitti biraa ka barbaaddan yoo jiraate garuu, yaa'ii seera qabeessa ta'etti, ni laalama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tana malee, wonni isin barbaaddanu yoo jiraatte ammoo, kora mura'aa ka qacha'aatiin ilaallama.