Acts 19:40 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waan adha te'e kanaaf, hogaa kaattaneertan jedhannee himatamuu hin dhannu; hogaan kun sababa maaniitiin ka'e jedhane yoo nu gaafatane, waan deebinnu hin qannu” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi waan gohanna arra tana, yo nu gaafatani, nuu waan hamtu; wonti gumiini tunini wolwoldeeteefi, ta nu himannu, injirtu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif waan goohanna ardhaa tana, yo nu gaafattan nuu waan hamtuu; wantii gumiin tunin goohteef ta nu dandeennee himannu hinjirtu” jedhee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raafama adha ta'e kanaaf jedhanii akka nu hin himanne, waan sodaachisuuf, waan sababaa hin qabneef gumii tanaa deebii kennuu hin dandeennu»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Raafama adha ta'e kanaaf jedhanii akka nu hin himanne, waan sodaachiisuuf, waan sababaa hin qabneef, gumii tanaa deebii kennuu hin dandeennu»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan alatti waan adha raawwatameen, ‹jeeqama kaasanii jiran› jedhamnnee, akka hin himataminneef ni sodaachisa, ‹wolitti bu'iinssi kun waayee maaliin ka'e› jennee yoo gaafanne, deebiin kenninu hin jiru.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan adha te'e kanaaf, hogaa kaattaneertan jedhannee himatamuu hin dhannu; hogaan kun sababa maaniitiin ka'e jedhane yoo nu gaafatane, waan deebinnu hin qannu» jedhe.