Acts 19:41 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tana dubbateen duuba, wol geyiin akka deentu godhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbi tanaani inni biyya galche.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
dubbii tanaan biyya gargargalche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kana jedhee gumii gar gar kaase.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kana jedhee, gumii gargar kaase.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee jedhee namoota wolitti qabaman, akka bittinaayan ni taasise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tana dubbateen duuba, wol geyin akka deentu godhe.