Acts 19:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan yennaa tana dhage'ane, maqaa Goottaa Yesuusiitiin cuuphamane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan kana d'ageennaani maqa Aabbo Yesotiini batifame.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii waan kana dhageennaan maqaa Aabboo Yesusitiin cuuphame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa waan kana dhagayan maqaa Gooftaa Yesuus Kiristoosiitiin cuuphaman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa waan kana dhagayan, maqaa Gooftaa Yesuus Kiristoosiitiin cuuphaman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee yeroo dhagayanitti, maqaa Gooftaa Yesusiitiin ni cuuphaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan yennaa tana dhage'ane, maqaa Goottaa Yesuusiitiin cuuphamane.