Acts 19:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Phawuloos gara Mana Waaqeffannaa Yihudootaa seenee, sodaa malee haga ji'a sadii kolbaa woliin dubbatee, marroo mootummaa Waaqaa isaan hubachiisaa ture.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Pauloni mana Waaqa iti kad'atani seene, haga jia sadi soda male dubbate, nama hedduuni wolmormani waan finna Waaqa nama barsiise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phaawulos, haga ji'a sadii mana waldeennaa ka warra Yihudiitti dedeebi'ee, sodaa malee barsiisee, amansiisuuf nama hedduun walmorma'a waan mootumma Waaqaa nama hubachiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara mana sagada Yihuudotaa seenee waan jeennata Rabbii dubbata'aa isaan hubachiisa'aa haga ji'a sadihii addaataa dubbata'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gara mana sagada Yihuudotaa seenee waan jeennata Rabbii dubbata'aa isaan hubachiisa'aa haga ji'a sadihii addaataa dubbata'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phaawulos'llee gara bakka wolgayii deemee haga ji'a sadihiitiif, waayee Mootummaa Waaqaatiif isaaniin wol mormmaa Kristosiitiif ummata'llee hubachiisa'aa, ugiinssaan ni barsiisa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Phawuloos gara Mana Waaqonfannaa Yihudootaa seenee, sodaa malee haga ji'a sadii kolbaa woliin dubbatee, marroo mootummaa Waaqaa isaan hubachiisaa ture.