Acts 2:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Firiigiya'aa, Phinfiliya'aa, Gibxiitii fi lafa Liibiya'aa ta adaala qachaa Qereena'aa jirtu keessa leenu; gariin keenna worra biyya Rooma'aatii dhunne,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ka Frigia, ka Pamfilia, ka lafa Misiri, ka lafa Libia ta Kirene d'iaattu. Nu nami gari worra Rumiti,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
nu warra Friigiyaa, ka Phamfiliyaa, ka lafa Gibxii, ka lafa Liibiyaa ta Qareena dhi'aattuu. Nu namii garii warra Roomaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Esiyaa, Firgiyaa, Phinfiliya'aa fi Misirattillee gara Qereena'aatiin jiran nu worri aanota Libiya'aa jiraannu, worri Rooma'aa dhufne,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Esiyaa, Firgiyaa, Phinfiliyaa fi Misirattillee gara Qereena'aatiin jiran nu worra aanaa Libiya'aa jiraannu worri Roomaa keessa teennu Yihuudonni worri amantaa Yihuudotaa fudhanne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Firgiyaa, Phamfiliyaatti, Gibxitti, Qareenaa biratti ka jiran, konyaawwan Liibiyaa worra jiraannu, Yihudonni Roomaa dhufnnee fi gara Yihudaa ka galle'llee, ni argaminna,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Firiigiya'aa, Phinfiliya'aa, Gibxiitii fi lafa Liibiya'aa ta adaala qachaa Qereena'aa jirtu keessa leenu; gariin keenna worra biyya Rooma'aatii dhunne,