Acts 2:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan baaseffatanee, waan jedhanu dhabanee, “Wonni kun maan jechu'u?” jedhaa wol gagaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri ch'ufti guddo mame, mid'aafachu dad'abani waan woliini jed'ani, Wonti kunini maani?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii cuftii guddoo mame, midhaafachuu dadhabee, “Wantii kun maan?” jedhee wali gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maruu maalalfatanii mama'aa, «Kun maal ta'inna? hin beennu» woliin jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maruu maalalfatanii, mama'aati, «Kun maal ta'inna?» hin beennu woliin jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf marrinuu maalalffatanii waan jedhan dhabanii, «Wonitti kun maal ta'inna laata?» woliin ni jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan baaseffatanee, waan jedhanu dhabanee, «Wonni kun maan jechu'u?» jedhaa wol gagaafatane.