Acts 2:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri dhibiin ammoo, “Kolbaan tun daadhii woyini'ii untee machooteerti!” jedhaa itti murge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gari goyeese waan jed'e, Jari kunini farso haraa d'uge machae.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii garii ammoo, “Jarii kun faarsoo jajjabduu dhugee machaa'e” jedhee warra gooyyeesse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kuuwwan ammo isaanitti balda'aa, «Daadhii dhuganii quufaniiti!» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kuuwwan ammo isaanitti balda'aatti, «Daadhii dhuganii quufaniitti!» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tokko tokko garuu, «Dhaadhii woyinni'ii haarawa dhuganii machaayanii jiran!» jedha'aa isaantti ni baldan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri dhibiin ammoo, «Kolbaan tun daadhii woyni'ii untee machootteerti!» jedhaa itti murge.