Acts 2:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Amma ganama keessa saatii sad waan teeteef, Kolbaan tun akka isin heddane san machoottee hin jirtu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari kuni imachoomne, dubbini akasiiniti; wonti akanatiifi ammiti saa sadi ka diiramaati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan jarii kun machaa'e, hinse'inaa; wantii akkanaatiif ammitii saatii sadii ta diiramaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaan ganama keessa sa'aatiin sadihi waan ta'eef akkuma isinitti fakkaate kunniin worra machaayee miti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkuma isinitti fakkaate kunniin worra machaayee miti, ganama keessaa sa'aatiin sadi waan ta'eef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ganama keessaa kunoo saa'aatii sadihi waan ta'eef akka isin yaaddanitti, namoonni kunniin hin machoofnne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma ganama keessa saatii sad waan teeteef, kolbaan tun akka isin heddane san machoottee hin jirtu.