Acts 2:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tun ammoo afaan raagicha Iyyu'eliitiin,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo tunini waan raagi Yoelini dubbate,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tunin ammoo waan raagii Yo'elii dubbate.”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo kun akkuma raaga Iyyu'eeliitiin,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo kun raaga Iyyu'eeliitiin,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu kun ka ta'e nabiyyichi Iyyuu'eeliin akkana jechu'uun jechi dubbate akka raawwatamuuf,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tun ammoo afaan raagicha Yo'eliitiin,