Acts 2:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyoota san keessatti, garboota dhugeeffatane ta dhiiraatii fi ta dubarti'ii irrattuu, Ayyaana kiyya hin buusa; isaanille raaga hin dubbatan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini tissele tiyya ta d'iiratifi ta uwale Lubbu tiyya ira buusa, duuba imfagani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin hojjattoota tiyya ta dhiiratii fi ta dubraallee hafuura kiyya irra buusa, duuba infagani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma ammo ji'oota sanitti garboota tiyya ta dhiiraatii fi ta intalaa irratti, Ayyaana kiyya hin buusa; isaanillee raaga dubbatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma ammo ji'oota sanitti garboota tiyya ta dhiiraatii fi ta dubartootaa irratti, Ayyaana kiyya hin buusa; isaanillee raaga dubbatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana guyyoota sanniinitti tajaajiltoota kiyya ka dhiiraatii fi ka dubarttoota irratti'llee, Hafuura kiyya ni jissa, isaan'llee raaga ni dubbatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyoota san keessatti, garboota dhugeeffatane ta dhiiraatii fi ta dubarti'ii irrattuu, Ayyaana kiyya hin buusa; isaanille raaga hin dubbatan.