Acts 2:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani ol-gubba'aatti baasa, gad lafa irralle'etti bilbaasa hin mudhisa. Dhiigaa fi ibiddi, hurrantaan aaraalle hin mudhata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan mama gubbati agarsiise, lafa keesaleti akheekha agarsiisa: D'iigafi ibidafi aarati lafati bua.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin waan mamaa Waaqaa gubbaatti garsiisee, lafa keessaalleetti akeeka garsiisee, Dhiigaa, ibidaa fi aara lafaatti buusa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ol samii gubba'atti baasa, ardii irratti malkata godha. Dhiigaa fi ibiddi, hurriin aaraallee hin ta'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ol samii gubba'atti baasa, ardii irratti malkata godha. Dhiigaa fi ibiddi, hurriin aaraallee hin ta'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ol sami'itti wonittoota maalale'ee, gad lafatti'llee baasota ni muldhisa, Dhiiga, ibidda, aarri qayyootaa'llee ni muldhata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ol-gubba'atti baasa, gad lafa irralle'etti bilbaasa hin mudhisa; Dhiigaa fi ibiddi, hurrantaan aaraalle hin mudhata.