Acts 2:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dedhuma huuruun akka bubbee guddo'oo fakkaattu ol-gubbaa irraa dhuttee, mana isaan keessa jiranulle guutte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro tokotu wonti aka bubbe bubbiftu toko gubba gadi buute mana worri keesa tatau kaani guutte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tasa wantii akka bubbee bubbisaa tokko gubbaa gadbuutee mana warrii keessa tataa'uu kaan guutte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
dimmaa akka haboonbolattii cimaa lafaa ol nama butuutitti samii irraa laagaan dhufee mana keessa taa'anii jiran san maraa guute.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dimmaa akka bubbee lafaa ol nama butuutitti samii irraa laagaan dhufee mana keessa taa'anii jiran san maraa guute.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
dimmaa qooniqqiti honbololattiin bubbee cimttu'uu fakkaatu samii ni dhufe, mana keessa turan'llee ni guute.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dedhuma huuruun akka bubbee guddo'oo fakkaattu ol-gubbaa irraa dhuttee, mana isaan keessa jiranulle guutte.