Acts 2:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami maqaa Gootta'aa waamu duudiin hin fayya’ jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoosi nami maqa Aabbo yaamatu ch'ufti imbaafama.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yoos namii maqaa Aabboo yaammatu cuftii inba'a’ ” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka maqaa Goofta'aa waamu maruu hin fayya.›
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka maqaa Goofta'aa waamu maruu hin fayya.›
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Ka maqaa Gooftaa waamu marrinuu ni fayya.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami maqaa Gootta'aa waamu duudiin hin fayya› jedhe.