Acts 2:23 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami kun akka Waaqi dur murteessee fi beekeen, harka keessanitti dabarfamee kenname; akka inni harka worra cubbaleyyi'iitiin fannifamee du'u gootane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi, fed'ifi beekhuma ufi gula, ya aka Yeso harka keesaniti kennani buufate; isani isa fanniftani, harka nama dabaatiini ijeeftani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii, fedhii fi beekkumsa ufii gula, akka Yesus harka keessaniitti kennan ya buufate; isan isa fanniftaniitti, harka nama dabaatiin ijeeftani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama kana Rabbi akkuma dur murteessee fi akkuma duraan dursee yaadeef beekkumsa isaa ka durii irraan harka worra hammeeyyi'iitiin fanniftanii ajjeeftan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nama kana Rabbi akkuma duri murteessee fi akkuma duraan dursee yaadeef beekkomsa isaa ka durii irraan harka worra hammeeyyi'iitiin fanniiftanii ajjeeftan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni mataan isaatuu akkaatama Waaqinni duraan durssee karoorssee fi hujimaata beekeetiin isiniif dabarffamee ni kenname, isin'llee harka hamaaleyyi'ii titti akka fannifamuu fi akka du'u ni taasfttaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami kun akka Waaqi dur murteessee fi beekeen, harka keessanitti dabarfamee kenname; akka inni harka worra cubbaleyyi'iitiin fannifamee du'u gootane.