Acts 2:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi ammoo hunna du'aa jalaa bilisa baasee, du'aa isa kaase; sababille duuti isa qaddee hamburuu hin dandeenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Waaqi isa kaase, gaargala duisa keesaa isa baase, waan dooti dandeete isa indabsanneefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii ammoo du'a keessaa isa kaasee, waan dooti dandeettee isa hindabsanneefii, gaargala du'a keessaa isa baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi ammo hunna du'aa balleessee isa kaase; duuti isa qabuu waan hin dandeenneef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbi ammoo hunna du'aa balleessee isa kaase; duuti isa qabuu waan hin dandeenneef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni garuu huminna du'aa balleessee du'aa ni kaaseen, kanaaf duuti qabddee isa hanbbisuunii hin dandeenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi ammoo hunna du'aa jalaa bilisa baasee, du'aa isa kaase; sababille duuti isa qaddee hamburuu hin dandeenne.