Acts 2:25 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Daawwiti marroo isaatiif, ‘Ani yennaa mara Waaqa ifiin duratti dhagga; Inni midda kiyya waan jiruuf ani hin daaqu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi Daudini waan isaa dubbate waan jed'e, Anini guyya ch'ufa Aabbo fuula kiyya durati arga, inni harka kiyya ka mirga jira, aka anini inchochoone.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif Daawiti waan isaa dubbatee, ‘Anin Guyyaa cufa Aabboo fuula kiyya duraatti arga, innii akka anin hinchochoone harka kiyya ka mirgaa jira;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti waan isaa akkana waan jedhuuf; ‹Hennaa maraa Gooftaa afoo kiyyatti arga, akka ani hin raafamne mirga kiyya jira.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Daawiti waan isaa akkana waan jedhuuf ‹Gooftaa hennaa maraa afoo kiyyatti arga, akka ani hin raafamne mirga kiyya jira.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Daawiit'llee waayee isaa akkana ni jedha, Gooftaa yeroo maraa ufi durana kiyyatti ni argaan, akka hin raaffamineef'llee inni mirga kiyyaan jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti marroo isaatiif, «‹Ani yennaa mara Waaqa ifiin duratti dhagga; Inni midda kiyya waan jiruuf ani hin daaqu.