Acts 2:26 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf gadhaan kiyyalle gammadeera; arrabi kiyyalle gammadaan guutameera. Akkasuma nafi kiyya du'aan addi'iin jiraata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi garaani kiyya maache, arabi kiyyaleeni guddo gammada; nafi kiyya abdiini taa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
tanaaf garaan kiyya maachee, arrabii kiyya guddoo gammadee, nafii kiyyaalleen abdiin taa'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu garaan kiyya na gammade; afaan kiyyallee gammachu'uun guuttame, Akkasuma foon kiyyallee abdi'iin jiraata.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu garaan kiyya na gammade afaan kiyyallee gammachu'uun guuttame, Akkasuma foon kiyyallee abdi'iin jiraata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf onneen kiyya ni gammade, afaan kiyya'llee gammachu'uun ni guuttame, akkuma kana foon kiyya ka du'aa ta'e'llee abddi'iin ni jiraata,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf gadhaan kiyyalle gammadeera; arrabi kiyyalle gammadaan guutameera. Akkasuma nafi kiyya du'aan addi'iin jiraata.