Acts 2:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba wonni bobe'a ibiddaa fakkaatu isaanitti mudhate; gargar cicciteelle tokko tokkoo isaanii gubba'atti bu'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti araba ibida fakaatta toko worrati mullatte worra ch'ufa ira teete.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii arraba ibidaa fakkaataa tokko warraatti mullattee warra cufa irra teette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti akka arraba ibiddaa fakkaatu isaanitti mudhate. Achiin maayessa gar gar ciccitee isaan maraa irra taa'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Wonti akka arraba ibiddaa fakkaatu isaanitti mudhate. Achiin maayessa gargar ciccitee isaan maraa irra taa'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Wonittoonni arraba ibiddaa fakkaatan isaantti ni muldhatan, adda qoodamanii'llee tokkoo tokkoo isaanii irra ni taa'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba wonni bobe'a ibiddaa fakkaatu isaanitti mudhate; gargar cicciteelle tokko tokkoo isaanii gubba'atti bu'e.