Acts 2:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Daawwiti raagicha waan te'eef, Waaqi sanyii isaa keessaa tokko hin moosisa jedhee kaku'uun waadaa akka galeeruuf beekera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni raaga, waan Waaqi isati kakhate imbeekha: Waaqi isati kakhate aka d'aloota isaa keesa nama toko aka isaa hayyu tolchu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii raaga, ammallee waan Waaqii isaatti kakate inbeeka; Waaqii akka sanyii isaa keessaa nama tokko akka isaa hayyuu tolchu isaatti kakate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raaga waan ta'eef teessoo irra akka kaayu Rabbi kakuu akka kakateef waan beekeef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Raaga waan ta'eef teessoo irra akka kaayu Rabbi kakuu akka kakateef waan beekeef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu Daawiiti kana ka dubbate nabiyyii waan turee fi Waaqinni, ‹fiixaa kee keessaa tokko teessoo kee irra siif ni kaayaan› jechu'uun, kaku'uun ka kenneef, dubbii abddi'ii ni beeka waan tureef,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti raagicha waan te'eef, Waaqi sanyii isaa keessaa tokko hin moosisa jedhee kaku'uun waadaa akka galeeruuf beekeera.