Acts 2:32 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi Yesuusii kana du'aa kaseera; nuuti duudille waan te'eeru kanaaf dhugaa baatota.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi ya Yeso kana duisa keesaa kaase, nu ch'ufti d'uga waan kanaati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii Yesus kana ya du'a keessaa kaasee, nu cuftii dhugaa waan kanaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusii kana Rabbi du'aa kaaseen; waan kanaaf nu maruu raga'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusii kana Rabbi du'aa kaaseen; waan kanaaf nu maruu raga'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesusii kana'llee Waaqinni du'aa ni kaaseen, nu marri keennaa waan kanaaf ragoota.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi Yesuusii kana du'aa kaaseera; nuuti duudiille waan te'eeru kanaaf dhugaa baatota.