Acts 2:33 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni gara midda Waaqaa Abba'aatitti ol fudhatamee, Ayyaana Woyyicha isaaf waadaa galame, Abbaa biraa fuudhee erge; ka isin amma dhaggitanuu fi dhageettanu kun isa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ya harka mirgicha Waaqati olfuud'ani, inni Lubbu Qulqullo isa ira argate, akuma Abbaani kakhate; wonti isani amma argitani d'ageettani kunini qarqaarsa inni nuu kenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isa ya harka mirgicha abbaa isaa Waaqaatti olfuudhani, innii Hafuura Qulqulloo isa irraa arigate, akkuma Abbaan kakatee, wantii isan amma argitanii dhageettan kunin qarqaarsa innii nuu kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu mirga Rabbiititti ol fudhatamee dubbii abdii Ayyaana Woyyu'uu Aabbaan irraa fudhatee ka amma isin argitanii fi ka dhageettan kana gad dhangalaase.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu mirga Rabbiititti ol fudhatameeti dubbii abdii Ayyaana Woyyu'uu Aabbaan irraa fudhatee ka amma isin argitanii fi dhageettan kana gad dhangalaase.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Mirga Waaqaatiin taa'uuf ol yeroo jedhee fi abddii Hafuura Qulqullu'uu'llee Waaqa Abbaa irraa yeroo fudhatetti, kana ka argitanii fi ka dhagaya'aa jirttan kana ni dhangalaase.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gara midda Waaqaa Abba'aatitti ol fudhatamee, Ayyaana Woyyicha isaaf waadaa galame, Abbaa biraa fuudhee erge; ka isin amma dhaggitanuu fi dhageettanu kun isa.