Acts 2:34 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Daawwiti gara ol-gubba'aa hin baane; teetuu malee inninuu, ‘Goottaan Goottaa kiyyaan, haga ani diinoota keeti ijjata miila keeti jala godhutti, asi maddii midda kiyyaatitti tee'i’ jedhee dubbateera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini ufi gubba ind'anne, ammo inni waan jed'e, Aabbooni waan Abba kiyyaani jed'e, Harka kiyya ka mirga tai,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Daawiti ufii gara gubbaa hindhandhee, innii ammoo, ‘Aabboo Waaqii Abbaa kiyyaa Kiristoon, harka kiyya ka mirgaa taa'ii,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti waan gara sami'ii ol hin baaneef;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Daawiti waan gara sami'ii ol hin baaneef;
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa gara samii Daawiitiin ol baye waan hin ta'iniif, Daawiitiin mataan isaatuu akkana jechu'uun dubbatee jira,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti gara ol-gubba'aa hin baane; teetuu malee inninuu, «‹Goottaan Goottaa kiyyaan, haga ani diinota keeti ijjata miila keeti jala godhutti, asi maddii midda kiyyaatitti tee'i› jedhee dubbateera.